Fana: At a Speed of Life!

Jaappaan Tookyootti guyyaa tokkootti namoonni kumni 3 ol vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii dhaga’aame

Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Qopheessituun dorgommii olompiikii kan taatee Tookyootti guyyaa tokkootti namoonni kumni 3 fi 177 vaayrasii koroonaatin qabamuusaanii abbaa taayitaa magaalichaa beeksiseera.

Magaalichaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii dabaluun hospitaalootarratti dhiibbaan umamuu ibsameera.

Bulchiinsoonni naannoo Tookyootti argaman Kaanaagaawaa, Chibaa fi Saa’itaammaan labsiin yeroo ariifachiisa akka labsamuu mootummaa akka gaafatan ibsameera.

Tamsa’ina vaayrasichaan wal qabsiisee taphoonni olompiikii itti aaniin hordooftootaa malee gaggeeffamuu ni danda’uu jedhameera.

Maddi:-CGTN

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.