Fana: At a Speed of Life!

Jilli Aadde Sa’aadaan durfamu Istaadiyeemiu Wallaggaa daawwate

Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – jilli Af Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurhamaaniin durfamu Istaadiyeemii Wallaggaa daawwateera.

Hoggantoota Naannoo Oromiyaa, Godina Wallaggaa Baha fi Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee waliin ta’uun Istaadiyoomii Wallaggaa daawwatanii jiru.

Rakkoowwan Ijaarsa Istaadiyoomii Wallaggaan wal qabatanii jiran hunda erga adda baasanii booda haala rakkichi furmamuu danda’urratti mariin taasiifameera.

Galaanaa Tasfaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.