Fana: At a Speed of Life!

Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa marsaa 3ffaan halkan eda gara Tookiyootti imale Tookiyoo ga’e

Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa marsaa 3ffaan halkan eda gara Tookiyootti imale Jaappaan Tookiyoo ga’uu ibsameera.

Garichi wayita Jaappaan Tookiyoo ga’u Preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa Koomaandaar Daraartuu Tulluu fi Ministira Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Dooktar Hiruut Kaasaw dabalatee qooda fudhattootaan simatamuu ragaan Federeeshinicharraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.