Fana: At a Speed of Life!

Jilli Itti Aanaa Preezidaantii BMNO obbo Awwaluu Abdiin durfamu godina Wallagga Lixaati lammiilee miidhaan irra qaqqabe daawwate

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Preezidaantii Bulchiinsa Mootummaan Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu godina Wallagga Lixaa Aanaa Gimbii ganda Toleetti argamuun lammiilee miidhaan irra qaqqabe daawwateera.

Daawwannicharratti Obbo Awwaluu Abdii dabalatee, Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa fi hoggantoonni naannichaa biroo argamuu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.