Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Eeliyaasiin durfamu Godina Shawaa Lixaatti hojiilee misoomaa daawwate

Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Shawaa Lixaa aanaa Walmaraatti hojiilee misoomaa daawwateera.

Jillichi hojii Siicoo Baayogaazii, Misooma Lukkuu fi Raammoo Kompoostiirratti hojjetamaa jiru daawwachuu ragaan Biiroo Qonnaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.