Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Ristuu Yirdaawun durfamu hojiilee misoomaa godina Kafaa daawwate

Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) – Jilli itti aanaa Preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaawun durfamu hojiilee misoomaa godina Kafaa daawwate.
 
Daawwannicharratti itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannichaa obbo Xilahuun Kabbadaa dabalatee hooggantoonni olaanoon naannichaa argamuu isaanii Biiroon Dhimmoota Koominiikeeshinii Mootummaa naannichaa beeksiseera.
 
Jilli kun godina Kafaa aanaa Adiiyyoo Sabbooqaa Shuttaaatti sosochii Waldaa Hojii Gamtaa Horsiisaa hoolaa sanyii fooyya’oo Boongaa daawwateera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.