Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Jigjigaa gale

Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Jilli hoggantoota olaanoo Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.

Jilichi wayita magaalaa Jigjigaa gahu Pireezidaantii naannoo Somaalee Obbo Muusxafee Muhaammadiin simatameera.

Jilichi mana barumsaa ammayyaa mootummaan naannoo Oromiyaa magaalaa Jigjigaatti ijaarsise ni eebbisiisaan kan eegamu ta’uu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.