Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Shimallisiin durfamu naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Biqiltuu dhaabe

Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu sagantaa Ashaaraa magariisa marsaa 4ffaan naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Biqiltuu dhaabeera.

Jilli kun Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Beenishangul Obbo Ashaadilii Haasan waliin biqiltuu dhaabeera.

Sagantaan Ashaaraa magariisaa walitti dhufeenya naannolee lamaanji cimsuu keessatti qooda olaanaa qabaachuu Obbo Shimallis ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.