Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Shimallisiin durfamuu warshaalee invastimantii naannoo Oromiyaa keessatti hojjatamaa jiran daawwataan

Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) – Jilli Preezdaanti mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu warshaalee invastimantii naannoo Oromiyaa keessatti hojjatamaa jiran daawwataan.

Daawwisaaniin warshaa Bunaa Qarcaanshee Treedingi Qaallittitti argamuu fi warshaa Qalama Bunaa Moojootti Qarcaanshee Treedingiin hojjatamaa jiru daawwataniiru.

Jillichi daawwiisaan warshaan Qorqoorroo Adaamaa hojiimaata milkaai’ina invastimantii naannichaa fi hojiimaata
warshaalee kanneeni irratti akka mari’atamus ibsameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.