Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Umar Huseeniin durfamu Jibuutii gale

Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) -Jilli Ministira Ministeera Qonnaa obbo Umar Huseeniin durfamu daawwaannaa hojii guyyoota sadiif galgala kana Jibuutii galeera.

Obbo Umar gitaa isaanii Jibuutii fi aanga’oota buufata Jibuutii waliin ni mari’atu jedhamee eeggama.

Mootummaan Ityoophiyaa bara kana isa baroota darbee caalaa xaa’oo hedduu alaa galchuun yeroon qonnaan bultoota biraan ga’uuf karoorfachuu ibsameera.

Haala xaa’oo f sanyii filatamaa kanneen geejjibsiisuun danda’amurratti marii ni taasiisu jedhame.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.