Fana: At a Speed of Life!

Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu sagantaa Ashaaraa Magariisaa Godina Shawaa Bahaatti gaggeessaa jira

Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)-Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abidaas durfamu  dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada’aa ganda Dhankaakaatti gaggeessaa jira.

Dhaabbiin biqiltuu kun bakka obbo Shimallis Abdiisaa fi aanga’oonni olaanoo naannichaa argamanitti gaggeeffamaa jira.

Dabalataanis  waldaaleen garagaraa, dargaggoonni, dubartoonni, hojjettoonni mootummaa, barattoonniifi qonnaan bultoonni Ashaaraa Magariisaa keessatti qooda fudhachuu akka jiran ragaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenyaa Uumamaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.