Fana: At a Speed of Life!

Jilli Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti qophaa’erratti hirmaachaa ture Finfinnee gale

Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti dorgomamaa tureen gareen Ityoophiyaa Meedaaliyaa 12 argachuun addunyaarraa sadarkaa 4ffaan xumuraniiru.

Jilli kun wayita Buufata Idil Addunyaa Boolee yoo gahu simannaan taasifamuufiisaa ragaan Federeeshinii Ispoortii Ityoophiyaarraa argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.