Fana: At a Speed of Life!

Jilli Sudaan kutaa bulchiinsa Gadaariif Goondar gale

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) – Jilli bulchaa bulchiinsa Gadaariif Meejar Jeneraal Nasraddiin Abdiin duurfamu daawwannaaf Goondar galeera.

Itti aanaan kaantibaa bulchiinsa magaalaa Goondar Injiinar Maastawaal Siyyuum jila kanaaf simannaa taasisaniiru.

Meejar Jenaraal Nasraddiin Abdiin akkan biyya koo jirutti natti dhaga’ama jira jedhan.

Turtii isaanii keessattis dhimmoota hariiroo Ityoophiyaa fi Sudaan cimsuurratti marii ni taasisu jedhameet eegama.

Meejar Jenaraal Nasraddiin Abdiin ebba buufata gogaa Warataa boqonnaa jalqabaarratti ni hirmaatu jedhameera.

Minaalee Aayyanawtu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.