Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni bulchiinsa Magaalaa Baabbilee filannoo marsaa 6ffaaf qophii ta’uu himan

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaatti jiraattoonni Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee filannoo marsaa 6ffaaf qophii ta’uu himaniiru.

Jiraattoonni Bulchiinsa magaalaatti tokko tokko filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa waxabajjii 14,2013 gaggeeffamu irratti hirmaachuuf qophii ta’uu dubbataniiru.

Namoonni yaada kennan kunniin akka jedhanitti filannoon erga xumuramee boodas hojii ashaaraa magariisaa milkeessuuf biqiltuu dhaabuufiis qophii ta’uu himuu OBN gabaasera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.