Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni Godina Baalee Bahaa Sangoota 90 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Baalee Bahaa magaalaa Gindhiir Sangoota 90 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.

Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiiritti hirirri deeggarsaa
Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balalleeffanaa garee shororkeessa ABUT dhaadannoo garaagaraan gaggeefameera.

Hiriirtoonni kunneen giddu galtummaa biyyoota alaa kan balaaleffatan ta’uu fi Raayyaa Ittisaa cinaa kan dhaabbatan ta’uu ibsaniiru.

Jiraattoonni godinichaa Re’oota 300 fi Sangoota 90 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisaniiru jedhame.

Dubartoonni godinichaas galaa qopheessuun Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa ta’uu isaanii mirkaneessuu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.