Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni Godina Harargee Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Sangoota 97 fi Re’oota 277 taasiisan

Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Harargee Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Sangoota 97 fi Re’oota 277 taasiisaniiru.
Jiraattoonni godinichaa Sangoota 97 fi Re’oota 277 deeggarsa taasiisuun aantummaa fi jaalala Raayyaa Ittisa Biyyaaf qaban agarsiisaniiru.
Ummanni godinichaa guyyaa lama keessatti deeggarsa kana walitti qabuu ibsameera.
Jiraattoonni kunneen ejjannoo juntaan diina ummata Oromoo fi Ityoophiyaati jedhu qabachuun deeggarsa lukkuu hanga lubbuutti taasiisuuf murannoo qabaachuu Ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Godina Harargee Lixaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.