Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni magaalaa Baabbilee fi Mattuu raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen gammachuu itti dhaga’amee ibsan

Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)- Jiraattoonni Godina Harargee Bahaa magaalaa Baabbilee fi godina Iluu Abbaa Boor magaalaa Mattuu raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen gammachuu itti dhaga’amee ibsaniiru.

Jiraattoonni kunneen gammachuu isaanii hiriiraa deeggarsa ba’uun ibsataniiru.

Raayyaan ittisa biyyaa yeroo gababa keessaatti injafannoon galmeessee addunyaaf fakkeenya jedhaniiru.

Jirattoonni kunneen raayyaa ittisa biyyaa waliin wareegama barbaachisu kaffaluuf qophii ta’uu mirkaneessaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.