Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni magaalaa Walqaayit, Xagadee fi Daanshaa  raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen gammachuu itti dhaga’amee ibsa

Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Walqaayit, Xagadee fi Daanshaa  raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen gammachuu itti dhaga’amee ibsaniiru.

Jiraattoonni kunneen deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa, humna addaa naannoo Amaaraa fi milishaaf hiriiraa ba’aniiru.

Jiraattoonni magaalota kanneen Amaaraa ta’uu isaanitiif waggoottaan 30f dhiibbaan irraa ga’aa ture ga’uu isaatiin bilisuummaa keenyaa addabaabaayirratti ibsachuuf genyeerra jedhan.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.