Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoota Axaayyee fi naannawaa isheef deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 44tti tilmaamamu taasiifame

Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumurukaa Jiraattoota Axaayyee fi naannawaa isheef deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 44tti tilmaamamu taasiisaniiru.
Ministirri Ministeera Galiiwwanii obbo Laaqaa Ayyaalew fi Komishinarri Komishinii Gumuruukaa obbo Dabalee Qaabataan bakka argamanitti walharkaa fuudhinsi deeggarsichaa taasiifamuu ragaan Ministeera Galiiwwaniirraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.