Fana: At a Speed of Life!

Joo Baayidan Yuukireenitti daawwannaa taasisaa jiru

Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Yuukireen Kiyeevitti daawwaanaa tasaa taasisaa jiraachuun gabaafame.

Joo Baayidan Kiyeeviin galuun isaanii Pireezidaantii Yuukireen Voloodmiir Zeleniskii waliin mari’achuuf ta’uun ibsameera.

Joo Baayidaan Poolaandiinis kan daawwatan ta’uu The Guardian gabaaseera.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.