Fana: At a Speed of Life!

Joozee Morinihoon leenisummaa Tootanihaamirraa gaggeeffaman

Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Leenjisaan Tootanihaam Joosee Morinihoon hojii isaaniirra gaggeeffamaniiru.
Kilabichi tibbana qabxii gadi aanaa galmeessisuu isaa hordofee leenjisaa isaa gaggeessuu beeksiseera.
Joozee Morinihoon waggaa 1 fi baatii 5 Kilaba Landan Tootanahaam leenjisaa turaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.