Fana: At a Speed of Life!

Juuntaan dirqamaan kan hiriirsee humnoonni badii karaa naannoo Affaarii fi Amaaraatin harka laachaa jiru

Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Juuntaan ABUT dirqamaan kan hiriirsee humnoonni badii karaa naannoo Affaarii fi Amaaraatin addarraa baduun harka laachaa jiru.

Gareen ABUT daa’immaanii fi dargaggootaa Tigraayiin dirqamsiisee gara lolaatti erga jiraachuu kanneen harka laataan himaniiru.

Namoonni harka laataan waayillaan isaanii harka laachuuf caakkaa keessaatti argamuu kan jedhan yoo ta’u, harka keenyaa laannee haala gaariirra jirra jechuusaanii ragaan miidiyaa naannoo Affaar irra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.