Fana: At a Speed of Life!

Juuseeppee Koonteen aangoo gadi lakkisan

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)-  Muummeen Ministiraa Xaaliyaan Juuseeppee Koonteen aangoo gadi lakkisaniiru.

Weerara vaayrasii koroonaatin walqabsisee qabiinsaa isaaniitiin mormiin irratti ka’aa kan turee Muummichi Ministiraa Xalayaan hoji gadi lakkisuu preezdaantii biyyichaaf dhiyeessaan fudhatama argateera.

Xaaliyaaniitti sababa vaayrasii koroonaatin hanga ammatti lubbuun namoota kuma 85 olii darbeera.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.