Fana: At a Speed of Life!

Kaffaltii gibiraa Teelee Birriin walitti qabuuf waliigalteen mallatteeffame

Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)- Ityoo Teelekoomii fi Ministeerri Galiiwwanii waliigaltee kaffaltii gibiraa Teelee Birriin walitti qabuuf dandeessisu mallatteessan.

Waliigaltechi kaffaltoonni gibiraa sirna dijitaalaa Teelee Birriin kaffaltii gibiraa yeroo fi bakka kamittuu kaffaluu akka danda’an kan tajaajiluudha jedhameera.

Tajaajilamtoonni tajaajila oonlaayiniin, Appiikeeshinii Teelee Birrii yookaan ergaa gababaa *127# kaffaluu kan dandeessisuu ta’un ibsameera.

Maahileet Takilabirhaantu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.