Fana: At a Speed of Life!

Kilabiin Kubbaa Miilaa dubartootaa Baankii Daldalaa Kilaba Niwuu Jenereeshini goolii 10 fi 1 injifate

Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Tapha gulaallii Shaampiyoonaa dubartoota Afrikaa (Seekaafaa)Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Baankii Daldala Ityoophiyaa gita isaa Zaanzibaar Niwuu Jenereeshin goolii 10 fi 1 injifateera.
 
Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartoota Baankii Daldala Ityoophiyaa tapha marsaa 2ffaa taphateera.
 
Tapha 2ffaa har’a sa’aa muraasa dura Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeesseen gita isaa Zaanzibaar Niwuu Jenereeshin garaagarummaa goolii hedduun injifachuu danda’eera.
 
Loozaa Abarraa goolii 5 yoo galchitu, Madinaa Awwal goolii sadi lakkoofsiisteerti.
 
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.