Fana: At a Speed of Life!

Kilabni Ityoo Elektirik gara Liigii olaanootti gadi bu’e

Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Ityoo- Elektirik gara Liigii Olaanootti gadi bu’eera.

Kilabchi tapha har’a Machaal waliin taphateen goolii 2 qixa xumurus gara Liigii Olaanootti gadi bu’uu ibsameera.

Bara taphaa 2015 gara Piriimaayer Liigii Ityoophiyaatti kan guddate Ityoo – Elektirik tapha bara tokkoon gara Liigii Olaanootti gadi deebi’eera.

Kilabichi Laga Xaafoo Laga Daadhitti aanee Kilaba 2ffaa gara Liigii Olaanootti bu’e ta’eera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.