Fana: At a Speed of Life!

Kiristaanoo Roonaaldoon seenaa haaraa galmeesse

Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Taphataan sarara fulduraa Lammiin Poorchugaal Kiristaanoo Roonaaldoon kaleessa galgala goolii 2 galchuun biyyisaa akka injifattuuf seenaa haaraa galmeesseera.
Roonaaldoon biyya isaaf goolii 111 galchuun taphataa goolii hedduu galche ta’eera.
Roonaaldoon rikoordii goolii 109’n lammii Iraan Ali Daye qabamee ture qooddachuun isaa kan yaadatamuudha.
Kaleessa galgala goolii 2 galchuun Rikoordiii goolii hedduu galchuu harkatti galfateera.
Kiristaanoo Roonaaldoon Kilaba isaa durii Maanchiisteer Yuunaayitiiditti deebi’uun isaa kan yaadatamuudha.
Maddi:-BBC
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.