Fana: At a Speed of Life!

Kitaabileen Harma Harmee, Boorsaa Harkaa fi Hawwii gaara duubaa jedhu eebbifamaa jiru

Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – Barreessaa fi gaazexeessaa Ayyalaa Ejereen kan barreeffaman kitaabileen mata dureen isaanii Harma Harmee, Boorsaa Harkaa fi Hawwii gaara duubaa jedhaman magaalaa Adaamatti eebbifamaa jiru.

Kaayyoon kitaabichaas dhaloota barsiisuu fi qaruuf seenaa dhugaa irratti kan xiyyeeffate ta’uu ibsameera.

Sirna eebba kitaabilee kanneenirratti keessummoonni garaagaraa argamaniiru.

Mulugeetaa Girmaatu Gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.