Fana: At a Speed of Life!

Kitaabileen sagalee abbaa Kiyyaa fi Araarsituu jedhaman eebbifaman

Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Kitaabileen sagalee abbaa Kiyyaa fi Araarsituu jedhaman har’a Finfinnee Galma Aadaa Oromootti eebbifamaniiru.

Kitaabileen kunneen barsiisaafi barreessaa Abbaas Muusatiin kan barreeffaman ta’uu eerameera.

Oliiqaa Girmaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.