Fana: At a Speed of Life!

Kitaabni Komaandar Huseen Shiboo ‘Leenjisaa Adamsaa’ jedhu eebbifame

Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) –Kitaabni Leenjisaa Fageenya dheeraa Komaandar Huseen Shiboon barreeffame Kitaabni ‘Leenjisaa Adamsaa’ jedhu Hoteela Ilillii Internaashinaalitti eebbifame.
 
Sirna eebbaa kana irratti Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obboo Shimallis Abdiisaa fi Atleet Daraartuu Tulluu dabdalatee Atleetoonni bebbekamoon argamaniiru.
 
Leenjisaa Komaandar Huseen Shiboon Kitaabni mata duree ‘Leenjisaa adamsaa’ jedhamuun maxxaffame kun Kitaaba seenaa jireenya Atleetiksii dhuunfaa isaanii ta’uu ibsameera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.