Fana: At a Speed of Life!

Kolleejjiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota mummee garaagaraatiin leenjise ebbisiisaa jira

Finfinnee, Bitootessa 16, 2015(FBC)- Kolleejjiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota mummee garaagaraatiin leenjisiisaa ture ebbisiisaa jiraachuu ibsame.

Sirna eebbaa kun Kolleejjii Injinaringii Bishooftuutti gaggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, sirnicharratti hoggantoonni olaanoon Raayyaa Ittisa Biyyaafi Attaasheewwan looltummaa biyyoota garaagaraa argamaniiru.

Barattoonni guyyaa har’aa eebbifaman dameewwan barnootaa Injinaringii fi fayyaan digrii jalqabaafi 2ffaan barnoota isaanii hordofaa turan ta’uun ibsameera.

Kolleejjichi barattoota Ityoophiyaa malee barattoota Sudan Kibbaa,Sudaanii fi Ruwandaarraa dhufaanii Kolleejjichatti barnootasaanii hordofaa turan eebbisiisuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.