Fana: At a Speed of Life!

Kombolchaatti lakkawwiin sagalee eegale

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Magaalaa Kombolchaatti lakkawwiin sagalee eegalaniiru.

Magaalichaatti naannoo filannoo Qaalluu 1ttiidha sagaleen lakka’aamuu kan eegalee.

Haaluma wal fakkatuun lakkawwiin sagalee Hawaasa, Waaldiyaa fi godina Shawaa kaabaatti lakkawwiin filannoo eegaluu ibsameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.