Fana: At a Speed of Life!

Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa fi Dhaabbanni ‘J.I.Z’ Jarman waliigaltee Proojektii mallatteessan

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa fi Dhaabbanni ‘J.I.Z’ Jarman waliigaltee Proojektii mallatteessaniiru.
Waliigaltichi jireenya naannoo fooyyessuu fi carraa hojii guddisuurratt kan xiyyeeffate ta’uu ibsameera.
Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee fi Hojii gaggeessituun Dhaabbata ‘J.I.Z’ Jarman Annaa Waaldimmaan waliigalticha mallatteessaniiru.
Proojektichi hojii damee oomishaa jajjabeessuu, jireenya naannoo fooyyeessuu, dandeettii oomishtoota biyya keessaa guddisuuf shoora qabaachuu ragaan Komishinicharraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.