Fana: At a Speed of Life!

Komishiniin manneen amala sirreessaa naannoo Beenishaanguul Gumuuz uffataa seeraa fi Asxaa haaraa ifoomse

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Komishinarri Komishinii manneen amala sirreessaa naannoo Beenishaanguul Gumuuz obbo Abiy Jaagooraa naannichaatti uffanni seeraa fi Asxaa haaraa ifoomuu ibsaniru.

Oduma walfakkatuun Godina Asoosaattis proojektiin bishaan dhugaatii namoonni manneen amala sirreessaa keessaatti argamaan itti fayyadamaan eebbisifamee tajaajlaa laachuu eegaluu himuu ragaan biiroo dhimmoota koominikeeshinii naannichaarra argame ni mul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.