Fana: At a Speed of Life!

Koolleejjiin Poolii teeknikaa magaalaa Sabbataa barattoota leenjii garaagaraan leenjisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Poolii teeknikaa magaalaa Sabbataa barattoota leenjii garaagaraan leenjisaa ture 881 eebbisiiseera.

Koolleejjichi barattoota ogummaa garaagaraa kudhaniin leenjisaa ture guyyaa har’a eebbisisuu ragaan waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa magaalaa Sabbataarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.