Fana: At a Speed of Life!

Koollejjiin saayinsii Fayyaa Yuunvarsiitii Diillaa barattoota ogummaa fayyaan barsiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Muddee 23 2014 (FBC) – Koollejjiin saayinsii Fayyaa Yuunvarsiitii Diillaa barattoota ogummaa fayyaan barsiisaa ture 270 marsaa 25ffaaf eebbisiiseera.

Koollejjichi barattoota barnoota idilee hordofaa turuun sababoota garaagaraan osoo hin eebbifaman hafan 272 dabalatee waliigala barattoota 542 guyyaa har’aa eebbisiiseera.

Koollejjiin saayinsii Fayyaa Yuunvarsiitii Diillaa barattoota ogummaa Faarmaasiin barsiiisaa ture har’a yeroo jalqabaaf eebbisiiseera.

Maastawaal Asaffaatu gabaase.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.