Fana: At a Speed of Life!

Kooriyaan Kaabaa yaalii miisaa’elaa itti fufteetti

Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa miisaa’ela furgugsuu itti fufteetti.

Wayita addunyaan weerara vaayrasii koroonaatin dhiphina hamaa keessa galetti, Kooriyaan Kaabaa yaalii miisaa’ela furgugsuu itti fufteetti.

Dhiphina weerara vaayrasii koroonaa kana keessa gochaan Kooriyaa Kaabaa fudhatama akka hin qabaatin Kooriyaan Kibbaa beeksisteetti.

Kooriyaan Kibbaa akka beeksistetti, Kooriyaan Kaabaa miisaa’eloota gabaabaa lama furgugsiteetti.

Hanga ammaatti Kooriyaan Kaabaa hordoffii vaayrasichaaf taasisaa jirtu hin ifoomsine.

Maddi:-BBC

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.