Fana: At a Speed of Life!

Kooriyaan Kibbaa Misaa’eela Niwuukilarraa caalmaan dandeetti qabu oomishaa jirti jedhame

Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Kooriyaan Kibbaa Misaa’eela Niwuukilarraa caalmaan dandeetti qabu oomishaa jiraachuun ishee dhaga’ameera.

Misaa’elli haaraan meeshaalee waraanaa lafa jalatti awwaalamaan dandeetti barbadeessuu akka qabatuu taasifamee hojjetamaa jiraachuudha kan ibsame.

Misaa’eelichi kiiloo meetira 350 hanga 400 furguga’uuf dandeetti kan qabuu yoo ta’u, kunis iddoowwan Kooriyaa kaabaa hunda waliin ga’uu kan danda’uudha jedhame.

Yeroo ammas adeemsi oomisha Misaa’eelichaa sadarka dhumaarraatti akka argamu ibsameera.

Maddi:-Aljaziraa

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.