Fana: At a Speed of Life!

Koreen Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa walga’ii isaa xumure

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Koreen Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa walga’ii isaa guyyota lamaaf gaggeessaa ture xumureera.

Korechi dhimmoota nageenya biyyaalessaa, ijaarsa sirna diimokiraasii fi misoomaarratti bal’inaan erga mari’ateen booda kallattiiwwan garaagaraa kaa’uun walga’ii isaa xumuruu ragaan Paartii Badhaadhinaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.