Fana: At a Speed of Life!

Koreen Hojii Raawwachiiftuu Badhaadhinaa ajandaawwan biyyoolessaa fi nannawaarratti mari’ate

Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Koreen Hojii Raawwachiiftuu Badhaadhinaa ajandaawwan biyyoolessaa fi nannawaarratti mari’ateera.
Dhimmoota haala nageenyaa fi tasgabbii biyyaa si’anaa, sochiiwwan dinagdee fi siyaasaa akkasumas haala jijjiirama siyaasaa naannawaarratti marii taasiiseera.
Qaawwota mul’atan, dhimmoota jijjiiramni isaan barbaachisuu fi fooyya’uu qaban bali’inaan gamaaggamee, itti fufiinsaan hojiilee akka biyyaatti hojjetamuu qabanirratti kallattiiwwan kaa’uu ragaan Fuula Feesbuukii Muummee Ministiraa Abiy Ahimadirraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.