Fana: At a Speed of Life!

Koreen Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa Proojektii Soolaarii dhiyeessa Bishaanii naannoo Somaaleetti hojjechaa ture dabarse

Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa Proojektii Soolaarii dhiyeessa Bishaanii naannoo Somaaleetti hojjechaa ture dabarseera.
Korichi naannoo Somaalee Awujaabirii fi Burqaatti Proojektoota Soolaarii Dhiyeessa Bisaanii hojjechiisaa ture dabarseera.
Lammiileen sababoota garaagaraan qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’uun naannicha qubatanii jiran kumni 26 ol proojektii kanarraa fayyadamoo kan ta’anu ta’uu ragaan Koree Qaxxaamura Diimaa idil addunyaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.