Fana: At a Speed of Life!

Koreewwan dhaabbii dhaabbileen rakkoo isaanii furuuf qindoominaan hojjechuu akka qaban yaadachiisan

Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Mana Maree Bakka Bu’oota Uumataatti koreen dhaabbii dhimmoota qabeenyaa uumamaa, jallisii fi inarjii Ministeerri Inarjii fi Bishaanii, Tajaajilli Elektiraa Ityoophiyaa fi Humni Elektirikaa Ityoophiyaa qindoominaan akka hojjetaan yaadachasaniiru.
Korichi humni elektirkaa adda cicituu fi rakkoowwan biroo furuuf qindoominaan hojjechuu akka qaban hojii baatiwwan 6 gamaggameera.
Dhaabbileen walii walii isaanii yoo hojjetan fedhii hawaasa akka mirkaneessaan ibsameera.
Tajaajjilli Elektirikaa Ityoophiyaa biiroolee naannoof meeshaalee gutuun hojii jajjabeessaa hojjechuu kan ibsamee yoo ta’u, maamilaa haaraa fayyadamaa humna elektirikaa taasisuu, fayyadamaa tiraansfooramarii, balaawwan hojjettootaa fi hawaasaarra ga’uu akkasumaas cicituu humna hir’isuun tarkaanfii barbaachisuu fudhachuu dhabuusaa eerarameera.
Gama biraatiin koreen dhaabbii dhimmoota daldalaa fi indaastirii, abbaa taayitaa oomishaa gabaa Ityoophiyaa gabaasa raawwii karoora waggaa walakkaa wayita gamaggamamuutti dhaabbileen bu’aaf akka ga’oomaan waloon hojjechuu qabu yaadachiisaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.