Fana: At a Speed of Life!

Korichi galteewwan wal’aansaa konkolaattota 16 Naannoo Tigiraayiif raabsaa jiraachuu ibse

Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Koreen Qaxxamura Dimaa Addunyaa dabalataan galteewwan wal’aansaa fi nyaataa konkolaattota 16 hospitaalota Naannoo Tigiraayiitti argamaniif raabsaa jiraachuu beeksise.

Korichi gama miidiyaa hawaasummaa isaan akka beeksisetti, deeggarsi taasisaa jiru kun Magaalaa Shire ga’eera.

Galteewan kunneenis hospitaalotaa fi buufataalee fayyaa naanichaatti argamaniif raabsamuu eeraleera.

Galteewwan kunneen dhukkubsattootaa fi ogeeyyii fayyaa dhaabbilee fayyaaf kan raabsaman yoo ta’u, deeggarsichas naannawaa baadiyyaa naannichaatti raabsuun cimee kan itti fufu ta’uun ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.