Fana: At a Speed of Life!

Kuduraalee fi muduraleen bara darbee dhaabaman waggaa dhufuu gabaa addunyaaf ni qaqqabu – Dooktar Abiy

Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Kuduraalee fi muduraaleen bara darbee dhaabaman waggaa dhufuutti gabaa addunyaaf akka qaqqabaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, waggaa itti aanuutti oomishaalee gabaa biyya alaatif dhiyeessuuf dandeetti ga’aan muul’dhateera jedhan.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.