Fana: At a Speed of Life!

Kurmaana jalqabaatti damee huuccuurraa Doolaarri miiliyoona 40 argame

Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Kurmaana jalqaba waggaatti damee huuccuurraa Doolaarri miiliyoona 40 argamu Instiitiyuutiin Misooma Indaastirii Huuccuu Ityoophiyaa beeksise.

Instiitiyuutichi raawwii kurmaana jalqaba waggaa bara baajataa 2013 fi karoora marii misooma waggaa 10 irratti hojjettoota isaa waliin marii’ateera.

Marichaan raawwii kurmaana jalqabaa, haala daamichaa, kallatti xiyyeeffannoo karoora waggaa 10 irratti marii’achuu ibseera.

Daayreektarri Olaanaa Instiitiyuutiin Misooma Indaastirii Huuccuu Ityoophiyaa onno Silashii Lammaa kurmaana jalqabaatti damee huuccuurraa Doolaarri miiliyoona 40 argamuu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.