Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Addis Katamaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa garagaraa to’annaa jala oolu ibsame

Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Kutaa magaalaa Addis Katamaatti sakattoo mana nama dhuunfaa tokko keessatti taasifameen meeshaaleen waraanaa seeraan alaa garagaraa to’annoo jala ooluu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.

Fulbaana 24, 2014 kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 7 maqaa iddoo adda ganda 32 jedhamee waamamamuutti sakattoo mana nama dhuunfaa keessaatti taasifameen meeshaaleen waraanaa fi sanaddoonni gargaraa to’annaa jala ooluu poolisiin ibseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.