Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Araadaatti piroojaktoonni baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30n ijaarame tajaajilaaf banaa tahe

Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Kutaa magaalaa Araadaatti piroojaktoonni 48 baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30n ijaarame tajaajilaaf banaa tahuu ibsame.
Hooggantoonni kutaa magaalichaa fi kutaa magaalichaatti paartii badhaadhinaa bakka bu’uun kan dorgoman Piroojaktciha daawwataniiru.
Akka gabaasa TOItti bara baajata kanatti piroojaktoota 51 eegalaman keessaa 48 tajaajilaaf qophii tahuun eerameera.
Piroojaktoonni hafan xumura bara baajatichaatti akka xumuramana ibsameera.
Piroojaktoota xumuramanii qophii tahan kessaa manneen barnootaa, bakka ispoortii, haaromsa buufata fayyaa, gamoo bulchiinsa aanaa fa’i.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.