Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Gullalleetti duultoota gara adda waraanaatti duulaniif gaggeessan taasiifame

Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Gullalleetti duultoota gara adda waraanaatti duulaniif gaggeessan taasiifamuu ibsameera.
Kutaan magaalichaa Birrii miiliyoona 31 akaakuu fi maallaqaan deeggarsa Raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisuu Ragaan Waajjira Kominikeeshinii kutaa Magaalaa Gullalleerraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.