Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti meeshaaleen filannoo raabsamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) -Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraatti meeshaaleen filannoo raabsamaa jiraachuu ibsameera.
Kutaa magaalichaatti jiraattoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 35 ol sagalee ni laatu jedhamee eeggama.
Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti meeshaaleen filannoof barbaachisan buufataalee filannoo 121 irratti raabsamaa jiraachuu ibsameera.
Raabsi meeshaalee kunneenii har’a hanga sa’aatii 9:00tti ni xumurama jedhameera.
Guyyaa filannoo biqiltuu kuma dhibba 3 ol dhaabuuf biqiltuun qophaa’uu ibsameera.
Iddooleen biqiltuun dhaabbatus qophaa’uu ibsameera.
Miniyichil Azzazaatu gabaase.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.