Fana: At a Speed of Life!

Kuwaataar 1- 3 Seeneegaal

Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphni waancaa addunyaa marsaa 2ffaan Kuwaataarii fi Seeneegaal gidduutti taphatame olaantummaa Seeneegaaliin xumurameera.

Tapha marsaa jalqabaan Kuwaataar Ekkuuwaadooriin goolii 2 fi 0n, Seeneegaalis Neezarlaandiin goolii 2 fi 0n injifatamuun kan yaadatamuudha.

Seeneegaal goolii 3 fi 1n qopheessituu waancichaa injifatteerti.

Diyaan daqiiqaa 41ffaa,’Diédhiou’ daqiiqaa 48′ fi Dieng daqiiqaa 84′ irratti galchaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.